Wajj/AA/Aanaa_CooraaBotor Attorney Automobile Accident Lawyer
Kuni Website Ofiseelaa
Waajjira abbaa Alangaa Aanaa cooraBotor
Ashamaa, Baga Gara Websaayitii Ofiseelaawa Website abbaa Alangaa Aanaa cooraBotor Dhuftan Jechaa.Websaayitiin kenya kuni websaayirii ofiseelawa waajjira abbaa alangaa Godina Jimmaa jalattii Banaman keessa tokkoo yommuu kaayyoon websaaytiin kuni ittii banamee keessaa innii hangafaa tajaajila abbaa alangaa akka godinaatti keennamuu haammayyessu keessatti kaayyoo qabamee galmaan gahuufi haawasa aanaa coraa Botora gama hundaan dhaqabamummaa kenya mirkaneessuf jecha.
Wajj/AA/Aanaa_CooraaBotor Attorney Automobile Accident Lawyer
1. Ergama
Bulchinsa Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botor keessatti namoota heeraa fi seera darbanii fi gocha yakkaatiin shakkaman seeratti dhiyeessuun murtii saffisaa fi haqa qabeessa ta’e itti kennisiisuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessisuudhaan nagaa fi tasgabbii uummatichaa eegsisuu, dantaa hariiroo hawaasaa ummataa fi mootummaa kabachiisuu, ragaa seera qabeessa ta’e galmeessuu, hubannoo seeraa hawaasichaa gabbisuu, seerotni bifa wal fakkaatuun hojii irra akka oolu taasisuu.
Bulchinsa Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botor keessatti namoota heeraa fi seera darbanii fi gocha yakkaatiin shakkaman seeratti dhiyeessuun murtii saffisaa fi haqa qabeessa ta’e itti kennisiisuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessisuudhaan nagaa fi tasgabbii uummatichaa eegsisuu, dantaa hariiroo hawaasaa ummataa fi mootummaa kabachiisuu, ragaa seera qabeessa ta’e galmeessuu, hubannoo seeraa hawaasichaa gabbisuu, seerotni bifa wal fakkaatuun hojii akka oolu taasisuu.
Bulchinsa Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botor keessatti namoota heeraa fi seera darbanii fi gocha yakkaatiin shakkaman seeratti dhiyeessuun murtii saffisaa fi haqa qabeessa ta’e itti kennisiisuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessisuudhaan nagaa fi tasgabbii uummatichaa eegsisuu, dantaa hariiroo hawaasaa ummataa fi mootummaa kabachiisuu, ragaa seera qabeessa ta’e galmeessuu, hubannoo seeraa hawaasichaa gabbisuu, seerotni bifa wal fakkaatuun hojii irra akka oolu taasisuu.
Wajj/AA/Aanaa_CooraaBotor Attorney Automobile Accident Lawyer
2. Mul’ata
Bara 2022 tti Bulchinsa Godina Jimmaa Aanaa Coora Botor keessatti tajaajila Abbaa Alangummaa raawwii caalmaa qabu kennuun sirna haqaa amantaa uummataa horate uumuu dha.

web waagj https://mhaagj.org
3. Galmi kenya
Tajaajila Abbaa Alangummaa si’oomina fi bu’a qabeessa ta’ee kennuun itti qufinsaa/amantaa uummanni kenninsaa tajaajila keenya irratti qabu dabaluu.Yakkoota ciccimoo dantaa ummataa miidhan (violent crime) hir’isuu fi nageenya ummataa mirkaneessuu Olaantummaa seeraa mirkaneessuuMana Hojii Dandeetti raawwachisummaa foyyee qabuufi gama hundaan fakkeenyummaa gaarii qabu uumu

4. Duudhaalee
Olaantummaa seeraa Faayidaa uummataa eegsisuu fi dursa kennuu Bilisummaa Ogummaa Itti gaafatamummaa Iftoomina Hojimaataa badaa fi malaamaltummaa jibbuu Fakkeenyummaa Hirmaachisummaa, Tajaajila gahumsa qabu kennuu, Jijjiiramaaf qophaa’uu fi hojjechuu, Beekumsaa fi amantaan hogganuu, Miira tajaajiltummaa qabaachuu fi Aadaa gareen hojachuudha.

Miseensota Waajjira Keenyaa
abbootii alangaa fi hojjettoota waajjira kenyaan wal baraa
.abbootii alangaa fi hojjettoota waajjira kenyaan wal baraa
abbootii alangaa fi hojjettoota waajjira kenyaan wal baraa

abbaa alangaa Obboo Mulugetaa megersaa
Ittii gaafatamaa Waajjirichaa (BB)
ABbaa Alangaa Obboo
Abbaa Ademsaa
ABbaa Alangaa Obboo
Abbaa Ademsaa
ABbaa Alangaa Obboo
Abbaa Ademsaa Garee__Hojjeettoota Deggarsaa WAAjjirichaa
Hojjeettoota deeggarsa waajjira kenyaa kan armaan gaditii

Addee mabruukaa Misku
___
H/Hojii ragaa
Waajjira Abbaa Alangaa aanaa Coraa Botor

Addee kanziya Muhammad
___
Hojjetaa Deggarsaa garee O/H Hojii Ragaa
Waajjira Abbaa Alangaa aanaa Coraa Botor

Addee Mubaarika Sh/Nasir
___
Hojjettu Deggarsaa garee G/Q Maallaqaa
Waajjira Abbaa Alangaa aanaa Coraa Botor

Addee misraa jamaal
posteessaa LafooWaajjira Abbaa Alangaa aanaa Coraa Botor

Obboo Juneydi A/Samad
Barressaa dhadachaaWaajjira Abbaa Alangaa aanaa Coraa Botor

Addee Shukurisaa Shurafaa
Hojjetu Deggarsaa garee O/K Sagantaa.waajjira Abbaa alangaa aanaa Coraa
Teessoon Kenya
Wajj/AA/Aanaa_CooraaBotor Attorney Automobile Accident Lawyer
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Cooraa Botor Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botor Magaalaa Botor Ganda 01 kessattii argama. Kartaa armaan gadittii argitanin teesso kenya
Wajj/AA/Aanaa_CooraaBotor Attorney Automobile Accident Lawyer
Beeksiisaaf. Wajj/AA/Aanaa_CooraaBotor Attorney Automobile Accident Lawyer